← All jobs

Barsiisaa (Teacher)

Biiroo Barnoota Shawaa Bahaa / Waajjiirri Barnootaa Godina Shawaa BahaaAdaamaa
Full-timeEducationTeachingDegreeAppliedBED

Waajjiirri Barnootaa Godina Shawaa Bahaa beeksisa qaxarrii ogummaa barsiisummaa irratti baase bu'aa isaa calaluun dhiyeesseera. Kaadhimamtootni ulaagaa kaa'ame guuttanii darbitan qaamaan argamuun guyyaa 26/1/2019 sa'atii 2:30tti Adaamaatti akka argamtan waamichi isiniif taasifameera.

Posted yesterday in @elelanajobs